Korri qorannoo aadaafi Afaan Oromoo Yuunivarsitii Mattuutti taa’ameera OBN Ebla 13, 2011
0
0
53 Views
Published on 31 Aug 2019 / In Shows
OBN Ebla 13, 2011 - Afaan Aadaa fi seenaa ummata Oromoo dagaagsuuf ummanni Oromoo bakka jiruutti diinagdeen cimsuun gahee isaa bahu qaba jedhan hayyoonni yuunivarsiitii gara garaa. Korri qorannoo aadaafi Afaan Oromoo Yuunivarsitii Mattuutti taa’ameera.
Show more
Facebook Comments